🌹Gorsa ❤️ Waan argachuu barbaaddu calaqqisiisi. Jaalala yoo barbaadde jaalala qabaadhu. Dhugaa yoo barbaadde dhugaa dubbadhu. Kabaja yoo barbaadde kabaja kenni. ✔️Wanti ati kennitu siif deebi'a.✔️ 👍 🎉 🚦 ♻️ 🌹🌹Yeroo Gaarii Qabaadhaa🌹🌹 Nama gaarii ta'uun goolii eegaa ta'uu wajjin wal fakkaata.